Arsenaal waggaa 14 booda yeroo jalqabaaf Liiverpuuliin dirreesaarratti injifachuurratti waan jedhame - BBC News Afaan Oromoo
Arsenaal tapha Priimer Liigii torban 9ffaa gara dirree Liiverpuul deemee goolii Kaay Haavertiz lakkoofsiseen mo'atee deebiyeera. Amma Ze Gaanars qabxii sadiin Maanchester Siitii caalee Liigicha qabxii 24'n dursaa jira.
Read more











